Biiznasii Bu’aan caalbaasii sharafa alaa ifoome Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa alaa guyyaa har’aa gaggeesse ifoomseera. Caalbaasii kanaaf Doolaarri miiliyoonni 70 dhiyaachuufi adeemsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii… Ayana Dheressa Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii taasifamudha jedhan Minstirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira- Alamtsahaay… Ayana Dheressa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Ce’umsa diijitaalaa saffisiisuun dhaabbileen hundi gara Tajaajila Giddugala Tokkoo Masob akka seenaniif hojjetamaa jira jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira…
Teeknooloojii Magaalichatti dargaggoonni kumni 400 fi kumni 80 ol waraqaa ragaa leenjii Itiyoo- kooders fudhatan Ayana Dheressa Feb 2, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kumni 400 fi kumni 80 ol waraqaa ragaa leenjii Itiyoo- kooders fudhataniiru jedhe Biiroon Innooveeshiniifi…
Oduu biyya keessaa Mootummaan yaadama Ida’amuutiin magaalota keenya hawwatoofi jiraattotaaf mijatoo taasisaa… Ayana Dheressa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018(FMC)- Mootummaan yaadama Ida'amuutiin magaalota keenya hawwatoofi jiraattotaaf mijatoo taasisaa jira jedhan Sadarkaa Pirezidaantii itti aanaa mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Soomaaliyaafi Sudaan Kibbaa waliin elektirikiifi daandiin walitti hidhamiinsa uumuuf tattaaffiin… Ayana Dheressa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Soomaaliyaafi Sudaan Kibbaa waliin elektirikiifi daandiin walitti hidhamiinsa uumuuf tattaaffiin eegalameera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Filmaatawwan anniisaa haaromfamaa guddisuun goleewwan biyyattii ibsaa jirra- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Filmaatawwan anniisaa haaromfamaa guddisuun tokkoon tokkoo goleewwan biyyattii ibsaa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Abbootii Fardaa Agaw UNESCO’tti galmeessisuuf tattaaffiin taasifamu cimee itti fufa- Obbo… Ayana Dheressa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Ayyaana Abbootii Fardaa Agaw UNESCO’tti galmeessisuuf tattaaffiin taasifamu cimee itti fufa jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kibxata dhufu Mana Marichaatti argamuun ibsa kennu Ayana Dheressa Jan 31, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad kibxata dhufu Amajjii 26, 2018 Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti argamuun ibsa ni kennu. Walga’ii Idilee…