Oduu biyya keessaa Albamni Artist Qamar Yuusuuf Waxabajjii 15 eebbifama Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Albamni Artist Qamar Yuusuuf inni dhumaa Waxabajjii 15 Hoteelaa Iskaayilaayititti akka eebbifamu ibsame. Koreen Sagantaa eebba Albamichaa ibsa…
Oduu biyya keessaa Mariin Biyyaalessaa rakkoo nageenyaa Itiyoophiyaa furuurra darbee tasgabbii Gaanfa Afrikaaf… Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Mariin Biyyaalessaa rakkoo nageenyaa Itiyoophiyaa furuurra darbee tasgabbii Gaanfa Afrikaaf murteessaa ta’uun ibsame. Yuunivarsiitii Wallaggaatti…
Oduu biyya keessaa Liqii mootummaan bara kana Baankii Biyyaalessaarraa liqeeffatu gara zeerootti gadi bu’e- Baankii… Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Liqii mootummaan bara kana Baankii Biyyaalessaarraa liqeeffatu gara zeerootti gadi bu’uu baankichi beeksise. Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti asiidummaa biyyee wal’aanuun oomishtummaa dabaluuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) - Naannoo Oromiyaatti asiidummaa biyyee nooraan wal’aanuun oomishtummaa dabaluuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsi diinagdee gooroo yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeesseera- Pireezidaanti… Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee gooroo hojiirra oole yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeessuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee zooniiwwan diinagdee addaa qulqullinaafi ariitiin buufataaleen gahuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii zoonii diinagdee addaa Boolee Lammiitti tajaajila giddugala tokkoo kennuu eegaleera. Tajaajilicha…
Fayyaa Duulli talaallii qindaa’aa dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa hundatti eegale- Biiroo Fayyaa… Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Duulli talaallii qindaa’aa dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa hundatti kennamuu eegaluu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Duulli talaallii qindaa’aa…
Idil Addunyaa Ameerikaan hariiroo Sooriyaa waliin qabdu haaromsuu akka barbaaddu ibsite Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Ameerikaan qoqobbii Sooriyaarra kaa’amee ture kaasuun hariiroo ishee haaromsuu akka barbaaddu Pireezidaantiin biyyattii Doonaald Tiraampi beeksisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii milkaa’inoota argaman mul’isuu keessatti gahee isaanii bahachuu… Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee milkaa’inoota dameewwan hundaan argaman mul’isuu keessatti ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshiin gahee isaanii bahachuu akka…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil…