Oduu biyya keessaa Obbo Addisuu Araggaan Ministira Qonnaa ta’uun muudaman Ayana Dheressa Aug 1, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad obbo Addisuu Araggaa Ministira Qonnaa gochuun muudan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad guyyaa…
Biiznasii Baankiin Awaash maamiltoota isaaf Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 25 ol dhiyeesse Ayana Dheressa Aug 1, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2017 (FMC) – Baankiin Awaash baatii Adoolessaatti maamiltoota isaaf Doolaara miiliyoona 100 fi miiliyoona 25 ol dhiyeessuu ifoomse. Baankichi fedhii maamiltoota…
Oduu biyya keessaa Imalli Xaanaanesh 2 dandeettii cichoominaa, kutannoofi qindoominaa kan mul’isudha- Dooktar Alamuu… Ayana Dheressa Aug 1, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen imalli Xaanaanesh 2 dandeettii cichoominaa, kutannoofi qindoominaa kan mul’isudha…
Oduu biyya keessaa Duula guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun karooraa ol milkeessineera- Obbo Tamasgeen… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 fi miiliyoona 14 ol dhaabuun fakkeenya… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 700 fi miiliyoona 14 fi kuma 700 dhaabuun fakkeenya…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanonni waloon waan hunda milkeessuu dandeenya- TKM Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaanonni waloon waan hunda milkeessuu dandeenya jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Itiyoophiyaan ka’umsa qarooma duriifi fakkeenya…
Oduu biyya keessaa Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14.7 dhaabameera-… Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 700…
Oduu biyya keessaa Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon Biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14.7 dhaabame Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Duula dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 700 dhaabame. Lammiileen miiliyoonni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan eegumsa naannoo keessatti gahee olaanaa bahachaa jirti- dippiloomaatota Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan sagantaa ashaaraa magariisaan eegumsa naannoo keessatti gahee olaanaa bahachaa jirti jedhan dippiloomaatonniifi abbootiin qabeenyaa.…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuuf gahee olaanaa qaba- Billanee Siyyuum Ayana Dheressa Jul 31, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Hoggantuun Pirees Seekritaariyaatii Waajjira Ministiraa Muummee Billanee Siyyuum Ashaaraan Magariisaa wabii nyaataa mirkaneessuufi anniisaa haaromfamaa…