Oduu biyya keessaa Dorgommiin Ogummaa sadarkaa biyyaalessaa 4ffaan xumurame Ayana Dheressa May 10, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC)- Dorgommiin Ogummaa kan Biyyaalessaa marsaa 4ffaan mata duree “Sammuuwwan Ifaa, Lammiilee Ogummaan ga’ooman” jedhuun geggeffamaa ture xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Foyya’iinsa Siviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Foyya’iinsa Siiviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin duraa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Siviil Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’iinsi gandaa haaraan nageenyii fi misoomni akka fooyya’uuf bu’uura ta’eera jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Godina Shawaa Bahaatti gurmaa’iinsi gandaa haaraan haalli nageenyaa akka fooyya’uu, hirmaannaa fi fayyadamummaan uummatni dinagdee keessatti qabu akka…
Oduu biyya keessaa Hariiroon daldalaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaa guddachaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Hariiroon Itiyoophiyaa fi Ruusiyaa gidduu jiru guddachaa dhufuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddar Raashiyaa Ivgeenii Tarakihiin ibsan. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti rakkoowwan damee albuudaa furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti rakkoowwan itti fayyadama albuudaa furuuf riifoormiifi karoorri qophaa’uu ibsameera. Riifoormiifi karoorri kun waggoota sadan itti…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Bu’aa akkaataa…
Teeknooloojii Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhataniiru jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti namoonni kumni 100 fi kumni 90 ol leenjii koodaroota Itiyoophiyaa fudhachuu Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin Buufata Xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi Kan turan fooyyessuu jabaatee itti fufeera jedhame Ayana Dheressa May 9, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Tajaajila geejjibaa biyya keessaa fooyyessuuf hojiin buufataalee xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi kanneen duraan turan fooyyessuu fi babl’isuu hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Harargee Bahaatti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 300 ol dhaabuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Godina Harargee Bahaatti bara kana Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan miiliyoona 300 fi miiliyoona 25 ol dhaabuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffama Ayana Dheressa May 8, 2025 0 Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa Idil-addunyaa 3ffaan Caamsaa 5fi 6, 2017 magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa…