Aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu qaba- Dooktar Abdulhaakim Muluu
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Sirna daldalaa Itiyoophiyaa saffisiisuuf aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu akka qabu Deetaan Ministira Ministeera Daldalaafi Walitti…