Itiyoo-Telekoom magaalota dabalataa 114 fayyadamoo Neetwoorkii 4G taasise
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Itiyoo-Telekoom magaalota dabalataa 114 fayyadamoo Neetwoorkii “4G LTE” taasisuu ibse.
Magaalota godinaalee Baalee, Arsii, Baalee Bahaa, Arsii Lixaafi…