Idil Addunyaa Yaa’iin Liigii Arabaa Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Yaa’iin Liigii Arabaa 32ffaan Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaatti eegaluu gabaafame. Yaa’icharratti Sooriyaan waggoota 12 booda yeroo jalqabaaf ni…
Oduu biyya keessaa Labsii Taaksii Galii Dabalataarratti fooyya’iinsi taasifame Ayana Dheressa May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Labsii Eksaayis Taaksii (Taaksii Galii Dabalataa) irratti fooyya’iinsi taasifamuu ibsame. Labsiin Taaksii Galii Dabalataa 1186/2012 Guraandhala 5/2012…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Daldalaa Ityoo- Eemreetota Araba Gamtoomanii gaggeeffame Ayana Dheressa May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Fooramiin Daldalaa Ityoo- Eemreetota Araba Gamtoomanii magaalaa Abuu Daabiitti gaggeeffamuu ibsame. Fooramichi carraaleefi filannoowwan invastimantii…
Oduu biyya keessaa Jiraattonni naannawaa balfa “Qoshee” yaaddoo balaa keessa jiran hatattamaan ni kaafamu… Ayana Dheressa May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee naannawaa balfa "Qoshee" jedhamuun beekamuufi yaaddoo balaa keessa jiran yeroo gabaabaa keessatti kan kaafaman ta’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Tajaajila galmeessaafi mirkaneessa ragaalee guutumaan guutuutti diijitaalessuuf hojjetamaa jira… Ayana Dheressa May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015(FBC)- Tajaajila galmeessaafi mirkaneessa ragaalee guutumaan guutuutti diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Tajaajilli Galmeessaafi Mirkaneessa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan Ayana Dheressa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Saa’ud Arabiyaa Feeyisal Biin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Kolombiyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Kolombiyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf waliigaluun ibsame. Biyyoonni lameen marii siyaasaafi dameewwan tumsaa garaagaraarratti…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Ministirootaa Piroojektii “Laapseet” 3ffaan Juubaatti gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Walga’iin Ministirootaa Piroojektii “Laapseet” 3ffaan Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti gaggeeffamuu eegaleera. Jilli anga’oota olaanoo mootummaa…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa shakkamtoota yakka shororkeessummaa raawwachuuf boombii10 mana keessa dhoksuun… Ayana Dheressa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Manni murtichaa shakkamtoota yakka shororkeessummaa raawwachuuf boombii10 mana keessa dhoksuun to’ataman irratti qorannoo dabalataaf guyyaa 14 eeyyameera.…
Oduu biyya keessaa Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan Ayana Dheressa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan. Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz…