Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabse Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa tiraakteroota 22 godinaaleef raabsuu ibsame. Oomishaafi oomishtummaa qonnaan bultoota naannichaa guddisuuf…
Oduu biyya keessaa Naannichi gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuu irraa Birrii miiliyoona75 ol walitti qabuun ibse Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Naannoo Uuummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti gurgurtaa Kitaaba Dhaloota Ida’amuurraa Birriin miiliyoonni 75 ol walitti qabamuu ibsame. Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya… Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Daawwannaa anga’oonni olaanoon biyyoota Awurooppaa Ityoophiyaatti taasisan tattaaffii nageenya waaraa mirkaneessuuf taasifamuuf beekamtii kan kenne ta’uu…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni Sagantaa Asharaa Magariisaa bara 2015 gaggeeffame Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Qophii Sagantaa Asharaa magariisaa bara 2015 irratti gamaaggamni gaggeeffamuu Ministeerri Qonnaa ibse. Gamaaggamicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Ityoophiyaa daawwachuuf ta’uu ibsame Ayana Dheressa Apr 12, 2023 0 Finfinnee, Eebla 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa Xaaliyaanii Joorjiyaa Meelooniin Ityoophiyaatti guyyoota lamaaf daawwannaa hojii taasisuuf ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu xumuramaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu xumuramaa jiraachuu ibsameera. Hogganaan Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa obbo Alamaayyoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ittaantuu Muummee Ministiraafi Ministira Dhimma Alaa Isloovaaniyaa waliin… Ayana Dheressa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ittaantuu Muummee Ministiraafi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu hojjetamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Naannoo Kibbaatti hojiin humna addaa irra deebiin gurmeessuu hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise.Bu’uura caaseffama gurmaa’iinsa…
Oduu biyya keessaa Bittaa dooniin walqabatee himatamani kan turan Koloneel Mahaammad Birhaanuu hidhaa fi maallaqaan… Ayana Dheressa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Bittaa dooniin walqabatee himatamanii kan turaan kutaa seeraa Koorporeeshinii Injiinariingii sibiilotaa duraanii Koloneel Mahaammad Birhaanuutti adabbiin…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Sooma Faasikaafi Ramadaanaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii kuma 2fi 800’f… Ayana Dheressa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015(FBC)- Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa sooma Guddichaafi Ramadaanaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii magaalichaa kuma 2fi 800’f maaddii qoodeera.…