Teeknooloojii Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii “Teeleebirr Suuppar Appi” ifoomse Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii tajaajiloota hedduu of keessaa qabu “Teeleebirr Suuppar Appi” jedhamu Gola Ambaa Saayinsiitti ifoomseera.…
Oduu biyya keessaa Daayrektarri olaanaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo obbo Salamoon Sookaan Gamtaa… Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Daayrektarri olaanaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo obbo Salamoon Sookaan Gamtaa Teelekoominikeeshinii Idil Addunyaatti Daayrektara Afrikaa Ana…
Oduu biyya keessaa Sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu miseensota hawaasa dippiloomaatikiitti beeksisuu gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Sagantaan kitaaba Dhaloota Ida’amuu miseensota hawaasa dippiloomaatikii teessoo isaanii magaalaa Finfinnee taasisanitti beeksisuu gaggeeffamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan tumsaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame. Waliigaltichi kenniinsa tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa damee tuurizimiin waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa damee tuurizimiin waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan. Biyyoonni lameen damee tuurizimiin haala waliin…
Oduu biyya keessaa Waraqaan Qorannoo ka’umsaa tarsiimoo nyaataa fi Sirna nyaataa Haadhoolii fi Daa’immanii ifoome Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Waraqaan Qorannoo ka’umsaa tarsiimoo nyaataa fi Sirna nyaataa Haadhoolii fi Daa’immanii ifoomeera. Qorannichi Immamataa nyaataa fi Sirna Nyaataa bara…
Oduu biyya keessaa Dirree diijitaalaa carraa hojii uumuuf itti fayyadamuun barbaachisaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Dirree diijitaalaa carraa hojii uumuuf itti fayyadamuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil ibsan. Aadde…
Idil Addunyaa Ameerikaan naannawaa Galaana Kibba Chaayinaatti buufata waraanaa ijaaruuf karoorsuun ishee Chaayinaa… Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ameerikaan dhiyeenya naannawaa Galaana Kibba Chaayinaatti buufata waraanaa ijaaruuf karoorsuun ishee Chaayinaa dheekkamsiisuu gabaafame. Ameerikaan…
Oduu biyya keessaa Magaalota jiraattotaaf mijatoo taasisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jira- MMBM Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Magaalota jiraattotaaf mijatoo taasisuuf mootummaan xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa ibse.…
Idil Addunyaa Dhibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisuuf waggaa waggaan Doolaara tiriiliyoona 3.5… Ayana Dheressa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Dhibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisuuf waggaa waggaan Doolaara tiriiliyoona 3.5 kan barbaachisu ta’uu Komishiniin Ce’umsa Humnaa Ingiliz…