Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha- Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…