Namoonni dhuunfaa chaappaawwan 511 fayyadamuun sanadoota sobaa osoo qopheessaa turan to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 19 ,2015 (FBC)- Hordoffii qaamoleen nageenyaa taasisaniin namoonni dhuunfaa chaappaawwan 511 fayyadamuun sanadoota sobaa osoo qopheessaanii argaman to’atamuu ibsame.…