Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaamolee tola ooltotaaf beekamtii kenne Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee tola ooltota waqtii gannaa bara 2014fi 2015tti hojiilee tola ooltummaarratti hirmaataniif beekamtii kennuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa raawwate Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Sirni awwaalcha artist Hiruut Baqqalaa bakka Awwaalchaa Pheexiroos Wa Phaawuloositti raawwateera. Sirni awwaalcha ishee bakka maatiifi firoottan akkasumas…
Oduu biyya keessaa Hojii misooma qonnaa keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Hojii misooma qonnaa gaggeeffamaa jiru keessatti gaheen ogeessota qonnaa olaanaa ta'uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Biirichi hojjettoota misooma…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa waqtii gannaa eegalchiisan Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa waqtii gannaa eegalchiisan Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sagantaa haaromsa manaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi magaalaa Miizaan Amaanitti hojiilee maaddii guutuufi Ashaaraa magariisaa… Ayana Dheressa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi magaalaa Miizaan Amaanitti hojiilee Maaddii Guutuufi Ashaaraa Magariisaa…
Oduu biyya keessaa Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf hojiimaata hammataafi qindaa’aa ta’e cimsuun barbaachisaa… Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf biyyoonni ardichaa hojiimaata hammataafi qindaa’aa ta’e cimsuu akka qaban Komishinarri Dhimmoota Siyaasaa,…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Daldalaa Ityoophiyaafi Biiroon Eksipoo Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa waliigaltee… Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Manni Maree Daldalaa Ityoophiyaafi Biiroon Eksipoo Daldalaa Idil Addunyaa Chaayinaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinneefi magaalaan Atilaantaa waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4 ,2015 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Kantiibaa magaalaa Atilaantaa Andiree Diikansiin durfamuu waliin mari’ataniiru. Kantoobonni…
Biiznasii Yaa’iin Beeksisa daldala galii Idil Addunyaa Chaayinaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti eegale Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015(FBC)- Yaa’iin Beeksisa daldala galii Idil Addunyaa Chaayinaa 6ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’icharratti hoggantoonni olaanoon…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuun hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaan waliin mari’atan Ayana Dheressa May 12, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Paakistaaniif dhimmoota haala…