Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Caaffee Oromiyaa boru ni eegala- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan
Finfinnee, Guraandhala 9, 2015(FBC)- Yaa’iin Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa Bara Hojii Caaffee 6ffaan guyyaa boruu kan eegalu ta’uu Af-yaa’iin Caaffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan.…