Baankiin Addunyaa deeggarsa hojiilee misoomaa Ityoophiyaaf taasisu kan itti fufu ta’uu ibse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila garee Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hojiilee tumsaan…