Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ajjeechaa obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhagahamuu ibse
Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Manni Maree Waloo Paartilee Siyaasaa ajjeechaa Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Amaaraa obbo Girmaa Yeshiixilaan gaddi itti dhagahamuu…