Oduu biyya keessaa Sagantaan imalaa “Imala Hidha Haaromsaa” eegale Ayana Dheressa Feb 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Sagantaan imalaa deeggarsa hawaasni hidha haaromsaa guddichaaf qabu cimsuufi galiiwalitti qabuurratti kaayyeffate “Imala Hidha Haaromsaa” jedhu guyyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Komishinara Olaanaa Komishinii Mirgoota Namoomaa Daani’eel Baqqalaa waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin,…
Idil Addunyaa Mariin Ogeeyyii Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Feb 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Mariin Ogeeyyii Humna Eeggataa Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Maricharratti gahumsa sodaa nageenyaa tilmaamamoo fi tilmaamamoo…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa maayila tokkoo Poolaanditti gaggeeffameen sa’aatii… Ayana Dheressa Feb 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa mana keessaa maayila tokkoo kaleessa galgala Poolaand magaalaa Tooranitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwatan Ayana Dheressa Feb 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Ambaasaaddaroonniifi hoggantoonni olaanoon biyyoota Afrikaa Ityoophiyaatti argaman Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaa daawwataniiru. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad haala yeroo biyyaalessaa irratti hoggantoota olaanoo waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 1 , 2015 (FBC)-Muummeen Ministraa FDRI Abiy Ahimad haala yeroo biyyaalessaarratti hoggantoota olaanoo Mootummaa waliin mari’achuu Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera.…
Fayyaa Dhibeen Tiraakoomaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jira-BFO Ayana Dheressa Feb 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 1 , 2015 (FBC)- Dhibeen Tiraakoomaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise. Lakkoofsi namoota dhibee tiraakoomaatiin qabamanii…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon ni hojjetama- Obbo… Ayana Dheressa Feb 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Naannoo Afaaritti milkaa’inoonni baatiiwwan 6 darbanitti gama nageenyaafi misoomaan argaman akka itti fufaniif xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Biirichi raawwii karoora baatiwwaan jahan dabanii gamaaggame Ayana Dheressa Feb 8, 2023 0 Finfinne Guraaandhala 1, 2015 (FBC)- Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistikii Oromiyaa raawwii karoora baatiwwaan jahan dabanii gamaaggameera. Biirichi Caasaa godinaalee, aanaaleefi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Komishiniin Godaantotaa DhMG dhimmoota waliin hojjetanirratti waliigalan Ayana Dheressa Feb 8, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Komishiniin Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii godaantotaafi buqqaatota Iyoophiyaa keessatti argaman ilaalchisee qindoominaan…