Faawundeeshiniin Maastar Kaard Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasise
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Maastar Kaard Marsaa 2ffaa Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasisuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise.…