Author
Ayana Dheressa 5847 posts
Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaa, bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Rakkooleen Idaa liqaa, qaala’iinsa jireenyaafi bu’uuraalee misoomaa rakkoolee guddina Ityoophiyaa qoraa jiran ta’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Farra misoomaa kan ta’e malaammaltummaa irratti hundi qabsaa’uu qaba- MM Abiyy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 19, 2015(FBC)- Farra misoomaa kan ta’e malaammaltummaa irratti hundi qabsaa’uu akka qabu Muummeen Ministiraa FDRI Abiyy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Ityoophiyaan bishaan lafa jalaa misooma Jaallisiif oolu meetir kiyuubii biiliyoona 23 qabachuun…
Finfinnee, Bitootessa 19 ,2015 (FBC)- Ityoophiyaan bishaan lafa jalaa misooma jaallisiif ooluu meetir kiyuubii biiliyoona 23 kan qabdu ta’uu Inistiitiyuutiin Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Seekreetariyaat Jeneraalaa Eegumsa Naannoo DhMG waliin…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ittaantuu Seekreetariyaat Jeneraalaa Eegumsa Naannoo Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Eelsaabeet Meerimaa…
Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Biraaziil waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Biraaziil Jaandiir Feeriraa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin,…
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu eerame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa beeksiise.
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa caalmaatti dabalaa jiraachuu…
MM Abiy Ahimad guyyaa boruu gabaasa hojii mootummaa baatiiwwan 6 darbanii MMBBU’f ni dhiyeessu
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa boruu gabaasa raawwii hojii mootummaa baatiiwwan 6 darbanii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf kan dhiyeessan…
Ityoophiyaafi Chaayinaan tumsa damee qonnaarratti qaban haaromsuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Chaayinaan tumsa damee qonnaarratti qaban haaromsuuf waliigalaniiru.
Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarraa Darribawu…
Oromiyaatti piroojektoonni bishaan Dhugaatii namoota kuma 600 fayyadamoo taasisan baatiiwwan 2…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015( FBC)- Naannoo Oromiyaatti piroojektoonni bishaan Dhugaatii namoota kuma 600 fayyadamoo taasisan baatiiwwan 2 dhufanitti ni xumuramuun tajaajilaaf kan oolan…