Oduu biyya keessaa Biyya badhaatuu qabna-MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Biyya badhaatuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ija keenya bannee yoo hojjennee iddoolee hedduu addunyaa hawwachuu danda’an…
Fayyaa Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee Birrii miiliyoona 11 ol taasifame Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Dhaabbiilee fayyaa godina Jimmaaf deeggarsi meeshaalee wal’aansa fayyaa Birrii miiliyoona 11 olii taasifameera. Deeggarsichi Faawundeeshiinii…
Teeknooloojii Yuunivarsiitii Dambi Dollootti ammas Diroonii Haaraan kalaqame Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Barsiisaa Amaanu’eel Baalchaafi gareen isaa Yuunivarsiitii Dambi Doollootti ammas Diroonii haaraa kalaquu beeksisaniiru. Yaaliin balallii dirooniiwwan…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru- Obbo… Ayana Dheressa Mar 20, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2015(FBC)- Oomishaaleen garaagaraa karaa seeraan alaa biyyaa bahuun qabeenya keenya nu dhabsiisaa jiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Sirni sassaabbii gibiraa ammayyaa’uu qaba- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Sirni sassaabbii gibiraa jalqabbii gaarii ta’us daran ammayyaa’uufi sirrachuu qaba jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma…
Ispoortii Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffame Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffameera. Lammiin Ityoophiyaa Eermiyaas Ayyalaan maaraatoon Room irratti…
Ispoortii Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi… Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ga’umsa madaalliin gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi 0 injifateera. Kana’aan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa sosochii galii gibiraafi beekamtii kennuu eegale Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee mata duree “Gibira Kabaja Biyyaaf “jedhuun sagantaa jalqabsiisa sosochii galiifi kaffaltoota gibiraaf beekamtii…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina hunda galeessa biyyattii mirkaneessuu keessatti gaheen dargaggootaa olaanaadha- Obbo… Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Badhaadhina hunda galeessa biyyattii mirkaneessuu keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam…
Oduu biyya keessaa Duudhaalee nageenyaa ijaaruu keessatti gaheen dubartootaa olaanaa ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 19, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Sagantaan xumura guyyaan dubartootaa idil addunyaa mata duree” Ani Obboleettii Koo Nan Eega” jedhuun kabajamaa ture naannoo Affaar magaalaa Samaraatti…