Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa haala yeroo ilaalchisee ibsa kenne Ayana Dheressa Mar 10, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Bulchiinsi magaalichaa itti gaafatamummaa itti kenname ba’achuuf tattaaffii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa walga’ii ariifachiisaa gaggeesse Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Manni Maree Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa Waajjira Muummee Ministiraatti walga’ii ariifachiisaa gaggeesseera. Sababa jijjiirama qilleensaan…
Fayyaa Tajaajila fayyaa haadholiifi daa’immanii fooyyessuu keessatti gaheen qaamolee deeggartootaa… Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Bakkeewwan balaa nam-tolcheefi uumamaaf saaxilamoo ta’anitti tajaajila haadholiifi daa’immanii fooyyessuu keessatti gaheen qaamolee deeggartootaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Noorweey hojiilee jijjiirama qabeenya qilleensaarratti hojjetan cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Miseensonni Garee Jijjiirama Qabeenya Qilleensaafi Innisheetiivii Misooma Bosonaa Noorweey hoggantoota olaanoo Ministeera Pilaaniifi Misoomaa waliin…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Haaromsa biyyaalessaa qooda fudhattootaa fi qaamolee tumsitootaa waliin boru Maqaleetti… Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Komishiniin Haaromsa biyyaalessaa qooda fudhattootaa fi qaamolee tumsitootaa waliin boru magaalaa Maqaleetti marii kan gaggeessu ta’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Qamadiin Jallisiin misoome sassaabamuu eegale Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamuu eegaluu ibsameera. Godinichatti bara kana lafa hektaara 300 ol irratti Qamadiin jallisiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliizii fi Ayarlaandi Kaabaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliizii fi Ayarlaandi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti sagantaan nyaata barattootaa eegale Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti sagantaan nyaata barattootaa bakka hoggantoonni mootummaa olaanoon naannichaa argamanitti eegaleera. Sagantaan nyaata…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Barsiisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu dawwate Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Jilli Ittaanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Baariisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu daawwateera. jilichi marga…
Oduu biyya keessaa Komishinar Laliseen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek waliin mari’atan Ayana Dheressa Mar 9, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Rippaablika Cheek Moorsilaav Kooseek waliin…