Magaalichatti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra ture ka’e
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhorkiin tajaajila lafaa fi dhimma lafaan wal qabatan irra kaa’amee ture ka’uu Biiroon Bulchiinsaa Lafaa magaalichaa beeksise.…