Oduu biyya keessaa Sirni tajaajila eegaluu Baankii Gadaa gaggeeffame Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Sirna Tajaajila Eegaluu Baankii Gadaa guyyaa har'aa gaggeeffameera. Sirnicharratti Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi…
Oduu biyya keessaa Daddabarsa namaa seeraan alaa hambisuuf hojiin jalqabaa ka’umsa rakkichaaf furmaata kennuudha- Obbo… Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) – Daddabarsa namaa seeraan alaa hambisuuf hojiin jalqabaa ka’umsa rakkichaaf furmaata kennuudha jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Umar Huseeniin durfamu Godina shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti kunuunsa biqiltuu taasisan Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC )-Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Obbo Umar Huseen fi hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun godina Shawaa Bahaa aanaa Lumeetti kunuunsa…
Oduu biyya keessaa Hojiimaatilee badaa farra diimookiraasii ta’an irratti waloon qabsaa’uu barbaachisa- Dooktar… Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Hojiimaatilee badaa farra diimookiraasii ta’an irratti waloon qabsaa’uun barbaachisaa ta’uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyame Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Baankiin Ameerikaa Egziim Daandii Qilleensaa Ityoophiyaaf liqii Doolaara miiliyoona 281 eeyyamuun ibsameera. Maallaqichis xiyyaaraa haaraa Booyingi Maaks…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi garaagaraa gara naannoo Tigraayitti… Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Deeggarsa nyaataa meetirik toonii kuma 90 dabalatee deeggarsi namoomaa garaagaraa gara naannoo Tigraayitti ergamuu Ityoophiyaatti Biiroon Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Warshaa daabboo guyyaatti kuma 300 oomishu… Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoo warshaa daakuu fi daabboo guyyaatti daabboo kuma 300 oomishu Magaalaa Hawaasaatti…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota muummee barnootaa fayyaan barsiisaa ture 811 eebbisiise Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiin Wallaggaa guyyaa har'aa barattoota muummee barnoota fayyaa digrii jalqabaaf fi 2ffaan barsiisaa ture 811 eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaa keessummeessuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Dec 24, 2022 0 Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Walga’ii mana mare hojii raawwachiistuu 41ffaa haala milkaa’ina qabuun gaggeessuuf koreen waloo biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Dec 23, 2022 0 Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiileen gara biyyaa deebi’an kunneen hundisaanii dhiirota yoo…