Ityoophiyaan Yaa’ii Biyyoota Guddachaa Jiraniirratti muxannoo milkaa’ina damee qonnaan galmeessitee…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Yaa’ii 5ffaa Biyyoota Guddachaa Jiranii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Kuwaataar Dohaatti gaggeeffamaa jirurratti muuxannoo milkaa’ina…