Naannichatti sababa hongeen lammiileen miiliyoonni 2 deeggarsa ariifachiisaa barbaadu jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Naannoo Kibbaatti sababa hongeen lammiileen miiliyoonni 2 deeggarsa ariifachiisaa kan barbaadan ta’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa naannichaa…