Ispoortii Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin injifate Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 18ffaan Maanchister Siitiin Nooteengaam Foorestiin goolii 2 fi 1 injifateera. Bu’aa kana hordofee Maanchister…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti- Dooktar… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan diinagdee magariisaa waaraa tarsiimoon hogganamu ijaaruuf hojjechaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira- Obbo… Ayana Dheressa Dec 27, 2025 0 Finfinnee, Mudde 18, 2018 (FMC) – Badhaadhinni Itiyoophiyaa diinagdee magariisaa kan bu’uureffate akka ta’uuf hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:- Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Namoota 139'f qorannoon Laabraatoorii taasifamee dhibichi nama tokkorrattiyyuu hin argamne. Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru. Kan dhibicharraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Dhaabbata Barnootaa Olaanaa Mana Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa Iikuustaa… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Dhaabbata Barnootaa Olaanaa Mana Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa Iikuustaa Magaalaa Shaggar Naannoo…
Teeknooloojii Sirna bulchiinsa lafaa waraqaa eenyummaa diijitaalaa Faayidaa waliin walitti hidhuuf hojjetamaa… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Sirna bulchiinsa lafaa waraqaa eenyummaa diijitaalaa Faayidaa waliin walitti hidhuun fayyadamummaa dhiyeessii liqii qonnaan bulaa mirkaneessuuf hojjetamaa…
Ispoortii Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatame Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 11ffaa har'a taphatameen Shaggar Magaalaa Hawaasaan injifatameera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Ispoortii Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa Yuuniivarsiitii Jimmaatti gaggeeffama Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Feestivaalli Ispoortii barattoota Yuunivarsiitii Itiyoophiyaa mata duree "Ispoortiin Daneessummaafi Beekumsaaf" jedhuun Amajjii 9- 24/2018’tti…
Idil Addunyaa Ayyaana Qillee Kutaalee Addunyaa garaagaraatti… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC )- Guyyaan dhalachuu Iyyesuus Kiristoos ( qilleen Faranjootaa) kutaalee addunyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira. Ayyaanni Qillee…
Oduu biyya keessaa Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Addisuu… Ayana Dheressa Dec 25, 2025 0 Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) - Lafa qonnaa bal’aa naannawaa gammoojjii misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Obbo Addisuu Araggaan. Obbo Addisuu…