Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Baahir Daar barattoota 252 eebbisiise Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Baahir Daar Barattoota damee saayinsii fayyaan barsiisaa ture 252 guyyaa har’aa eebbisiiseera. Barattoota…
Uncategorized Tattaaffi har’arra taa’anii egeree ijaaruuf taasifamuuf miidiyaa akka Faanaa barbaachisa- obbo… Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Tattaaffi har’arra taa’anii egeree ijaaruuf taasifamuuf miidiyaa akka Faanaa Broodkaastiing Korporeet kan barbaachisu ta’uu Walitti Qabaa Boordii Faanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa… Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame. Jilli Ministira Ministeera Nageenyaa…
Ispoortii Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa ifoome Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa tarsiimoo foon diimaa biyyaalessaa ifoomse. Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa oomishaa fi omishtummaa beeyladoota foonii, dhiyeessii…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota… Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota Afrikaa Taayilar Beeklamaan…
Oduu biyya keessaa Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsame Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaan Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsameera. Sagantaan Nyaata…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru furguggiste Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Miisaa’ela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru furguggisuu Ministeerri Ittisa Biyyaa Jaappaan beeksise. Miisaa’elli biyyattiin guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaafi Sablammootaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa waliin hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa Nov 18, 2022 0 Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Guyyaan sabaafi Sablammootaa 17ffaan karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Manni Maree Federeeshinii ibse.…
Oduu biyya keessaa Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el jila garee Poolisii Federaalaa Jarman waliin mari’atan Ayana Dheressa Nov 17, 2022 0 Finfinne, Sadaasa 8,2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el jila garee Poolisii Jarman Bakka Bu’aa Poolisii Federaalaa Jarmaniifi Gorsaa…