Oduu biyya keessaa Af-Yaa’iiwwan naannolee magaalaa Gaambeellaa galan Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Af-Yaa’iiwwan naannolee hundaafi bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa magaalaa Gaambeellaa galuu ibsameera. Af-Yaa’iiwwan kunneen wayita buufata xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100 taasifame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Giddugala Waldhaansa Fayyaa Yuunivarsiitii Jimmaaf deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 100’tti shallagamuu taasifameera. …
Oduu biyya keessaa Waliigalteen daldala midhaan alaa Yuukreen haaromfamuu gabaafame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Waliigalteen daldala midhaanii Yuukreen gama Garba Gurraachaan akka taasistu ishee dandeessisu haaromfamuu Ittaanaan Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 220 taasise Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa ,2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa kutaalee biyyattIi garaagaraatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 20 taasisuu…
Fayyaa Ityoophiyaan biyyoota talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan keessaa tokko ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa talaalliiwwan akka oomishaniif adda bahan jaha keessaa tokko ta’uu ibsameera. Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Giddugala…
Oduu biyya keessaa Rakkoo manneen jireenyaa furuuf bulchiinsi magaalichaa dhaabbiilee mootummaa fi miti-mootummaa… Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Rakkoo manneen jireenyaa magaalaa Finfinnee furuuf bulchiinsi magaalichaa dhaabbiilee mootummaa fi miti-mootummaa waliin hojjechaa jiraachuu kantiibaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa barattoota Godina Booranaaf deeggarsa dabtara barnootaa Birrii Miiliyoona 18… Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5 , 2015 (FBC)- Ministeerri Barnootaa barattoota godina Booranaaf deeggarsa dabtara barnootaa Birrii miiliyoona 18 fi kuma dhibba 7fi kuma 12 olitti tilmaamamu taasisuu…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Invastimantii abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin waliigaltee mallatteesse Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa abbootii qabeenyaa Paakistaan waliin waliigaltee mallatteessuu ibsame. Waliigaltichi piroojektiiwwan ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Miidhaan Foolii fi Aarri Warshaa Simmintoo Kuyyuu keessaa ba’u qaqqabsiisu dabalaa jiraachuu… Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Foolii fi Aarri warshaa Simmintoo Kuyyuu keessaa ba’u miidhaalee garaagaraa qaqqabsiisuu itti fufuu jiraattoonni Aanaa Kuyyuu komatan. Warshaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 2 ol deeggarsa ariifachiisaa barbaadu jedhame Ayana Dheressa Mar 14, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Hongee muudateen walqabatee Naannoo Kibbaatti lammiileen miiliyoonni 2 ol deeggarsa midhaan nyaataa ariifachiisaa kan barbaadaan ta'uu Komishiniin…