Ce’umsa teknooloojii fi kalaqa babal’isuuf hojjetamaa jira -Biiricha
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) - Kolleejjiiwwan Ogummaa fi Teknikaa naannichaa kessatti kalaqnii fi ce'umsi tekinolojii akka babal'atuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Ogummaa fi Carraa Hojii…