Oduu biyya keessaa Godina Gondaritti Boombiin 40 to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Godina Gondar aanaa Matammaa ganda Gubaayitti Boombiin F1 40 gocha shororkeessummaaf ooluuf ture to’atamuu poolisiin beeksise. Koreen Qimaant…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 62 ol taasise Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa maallaqaa Birrii miiliyoona 62fi akaakuu Birrii kuma 670…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Oduu biyya keessaa Mariin Fooramii Xaanaa 10ffaan eegale Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Mariin yaa’iin duraa Fooramii Xaanaa 10ffaan guyyaa har’aa gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’ichi dhimmoota nageenyaarratti kan xiyyeeffatu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii kanaa ni eegala… Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tajaajilli waraqaa eenyummaa haaromsuu dhorkamee ture xumura baatii Onkoloolessaa kan eegalu ta’uu Sadarkaa Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Oomishini nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasifamuufi Ayana Dheressa Oct 14, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomisha nyaata beelladaa gibira irraa bilisa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministeerichatti hojii raawwachiisaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa biyyoota ollaatti babal’isuu Juubaatti gaggeeffame Ayana Dheressa Oct 13, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Sagantaan dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa biyyoota ollaatti babal’isuurratti kaayyeffate Sudaan Kibbaa magaalaa Juubaatti…
Oduu biyya keessaa Jilli Dippiloomaasii Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa magaalaa Naayiroobii gale Ayana Dheressa Oct 13, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Jilli dargaggoota Dippilomaasii Misooma Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa Keeniyaa Magaalaa Naayiroobii galeera. Jilichi wayita Naayiroobii gahu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Somaaliyaan dameewwan garaagaraan waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Oct 13, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Muummee Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Ayarlaand gochaalee birmadummaa Ityoophiyaa tuqan irraa akka ofeeggattu Ityoophiyaan gaafatte Ayana Dheressa Oct 13, 2022 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Ayarlaand Mana Maree Nageenyaafi Gamtaa Awurooppaa fayyadamuun gochaalee birmadummaa Ityoophiyaa tuqan raawwachaa jirturraa akka ofeeggattu Ityoophiyaan…