Oduu biyya keessaa Kabajni Irreecha Hora Harsadee Kabajamuu eegale Ayana Dheressa Oct 2, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Kabajni Ayyaana Irreechaa Hora Harsadee kabajamuu eegaleera. Yeroo ammaa hirmaattonni Ayyaanichaa Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqeen durfamuu gara Hora…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarse Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Manni Maree Federeeshinii ergaa baga Ayyaana Irreechaa geessanii dabarseera. Manni Maree Federeeshinii Saboota, Sablammootaafi Uummattoota hundan ergaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa rakkoo tokko malee akka kabajamuuf qophiin xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreechaa rakkoo tokko malee karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin xumuramuu Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Komishiniin Poolisii Oromiyaa ibsan.…
Oduu biyya keessaa Irreechi calaqqee falaasama Sirna Gadaa, wiirtuu obbolummaa, araaraafi dhiifamaati- Obbo Fiqaaduu… Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Irreechi calaqqee falaasama Sirna Gadaa, wiirtuu obbolummaa, araaraafi dhiifamaa ta’uu ibsan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaafi Ministeerri Nageenyaa waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ministeerri Barnootaafi Ministeerri Nageenyaa haala waliin hojjechuu danda’an irratti waloon hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa RIBf deeggarsa BirriI miiliyoona 26 taasise Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Mootummaan Naannoo Sidaamaafi uummanni naannichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 26tti shallagamu taasise. Naannichi Raayyaa Ittisa…
Oduu biyya keessaa Irreechi Calaqqee Aadaa, Eenyummaa, Seenaafi Duudhaa Oromoo ganamaati- Aadde Sa’aadee Abdurahamaan Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Irreechi Calaqqee Aadaa, Eenyummaa, Seenaafi Duudhaa Oromoo ganamaati jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadee Abdurahamaan. Afyaa’iin Caffee…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Baahirdaaritti Doolaarri sobaa kumni 20 ol to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Magaalaa Baahirdaaritti Doolaarri sobaa kara seeraan alaa sharafamuuf ture kumni 20fi 600 ol shakkamtoota waliin to’atamuu poolisiin beeksise.…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Fooramiin Irreechaa Hora Finfinnee, marsaa 4ffaa Magaalaa…
Ispoortii Pirimerliigiin Ingiliz torbee 9ffaan Arsenaaliifi Tootinhaam wal morkachiisa Ayana Dheressa Sep 30, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)-Tapha pirimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan darbii Kaaba Landan Arsenaal fi Tootinhaam gidduutti morkiin taasifama. Bara kana taphoota torba taasiseen…