Oduu biyya keessaa Torbeen Tuurizimii Oromiyaa Marsaa 5ffaan gaggeeffamuufi Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Torbeen Tuurizimii Oromiyaa marsaa 5ffaan Fulbaana 20-22, 2018 sagantaa adda addaan dabaalamee jedhe Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Yaa’ichi sagantaan Ashaaraa Magariisaa hoggantoota biratti beekamtii akka argatu taasiseera Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Finfinneetti gaggeeffamee kan ture Yaa’ii 2ffaan Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa sagantaan Ashaaraa Magariisaa hoggantoota biratti beekamtii akka…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa xumuramuu Hidha Haaromsaarraa humna misoomaa ni argata- Obbo… Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan qabeenya uumamaan kan badhaadheefi bakka argama mi’eessituuwwan garaagaraa kan ta’e Naannoon Kibba…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa Fulbaana 18 irraa eegalee gaggeeffama Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa Fulbaana 18 irraa eegalee gaggeeffama jedhe Biiroon Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa. Agarsiisni fi baazaariin Irreechaa…
Oduu biyya keessaa Qabeenyi kuufamaa naannoo Somaalee biyyaafi dhalootaaf ashaaraa kaa’uuf dandeettii guddaa kan… Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan qabeenyi kuufamaa naannoo Somaalee yaadama ida’amuun biyyaafi dhalootaaf ashaaraa kaa’uuf dandeettii…
Oduu biyya keessaa Hidhi Guddichi Haaromsaa mallattoo injifannoofi tokkummaati- Hayyuu Siyaasaa Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC) - Hidhi Guddichi Haaromsaa mallattoo tokkummaa, injifannoofi agarsiistu jaalala biyyaa kan uummanni biyyattii waliin qooddatuufi ittiin walitti hidhamee…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha- Obbo Muusxafee Mahaammad Ayana Dheressa Sep 19, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad Hidhi Guddichi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha jedhan. Eebbifamuu Hidha…
Oduu biyya keessaa Kitaabonni Ida’amuu arfan egereef daandii kan saaqanidha- Dooktar Fitsum Asaffaa Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Kitaabonni Ida’amuu Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an arfan har’a kan murteessan, kaleessa waliin kan wal hin dhabne fi egereef daandii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ameerikaatti Gorsaa Olaanaa Waajjira Isteet Dippaartimantii Maasaad Buuloos waliin mari’atan. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hojiin iddoowwan Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira Ayana Dheressa Sep 17, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Hojiin iddoo Ayyaanonni Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Bulchiinsa Qulqullinaa Magaalaa…