Oduu biyya keessaa Wiirtuun amala sirreessaa daa’immanii eebbifame Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Wiirtuun amala sirreessa daa’immaniifi guddattoota umriin isaanii waggaa 18 gadi ta’ee dhimmoota yakkaa keessa galanii magaalaa Finfinneetti eebbifame.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen sadarkaa addunyaatti barnoonni hunda bira gahuu qaba jedhan Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Sadarkaa idil addunyaatti barnootni hunda bira gahuu akka qabuufi fayyadamummaa waloof itti gaafatamummaa waloo…
Oduu biyya keessaa Kabaja ayyaanota Masqalaa, Damaraafi Irreechaa ilaalchisee mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Mariin ayyaanoni Masqalaa, Damaraafi Irreechaa karaa nagaa akka kabajaman dandeessisuurratti xiyyeeffate gaggeeffame. Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif hojjeta-… Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Faanaan damee miidiyaan muuxannoo addunyaa qindeessuun misoomaafi maqaa gaarii biyyattiif kan hojjetu ta’uu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Manneen Maree Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Miseensonni Mana maree Bakka Bu’oota Uummataafi Mana maree Federeeshinii Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjooman. Afyaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Injinar Taakkalaa Uumaan oomishtoota Warqee naannoo Beenichaangul waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaafi Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz obbo Ashaadilii Hasan oomishtoota Warqee naannichaa …
Idil Addunyaa Ameerikaan Taayiwaaniin haleellaa Chaayinaa irraa ni ittisti- Joo Baayidan Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Chaayinaan Taayiwaan irratti haleellaa kan raawwattu yoo ta’e Ameerikaan Taayiwaanii haleellicharraa kan ittistu ta’uu Pireezidaantiin Ameerikaa Joo…
Oduu biyya keessaa Humna Qilleensaa Ityoophiyaafi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 12 taasifame Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Humna Qilleensaa Ityoophiyaafi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona 12tti shallagamu taasifame. Kutaan Magaalaa Boolee waajjira kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu ibsame Ayana Dheressa Sep 19, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Daandiin Aspaaltii Gaambeellaa-Finfinnee sababa sigiga lafaan cufamee ture tajaajila eegaluu Bulchiinsa Daandiiwwanii Ityoophiyaatti dameen Jimmaa…
Ispoortii Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa… Ayana Dheressa Sep 18, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Deenimaark magaalaa Kooppanhaaganitti guyyaa har’aa gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa koorniyaa lameenuu…