Dandeettiin birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf dandeessisu uumamaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin dandeettiin birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf dandeessisu uumamaa jira jedhan.…