Oduu biyya keessaa Guyyaan Oomishtummaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Guyyaan oomishtummaa mata duree” milkaa’ina oomishtummaaf tattaaffii waloo guddina biyyaaf” jedhuun magaalaa Finfinnee galma Barkumeetti kabajamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa cimsuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ityoophiyaa, Moozaambiikiifi Hindii gidduutti hariiroo uummataa akkasumas paarlaamaa haala cimsuun danda’amurratti mariin gaggeeffame. Af-yaa’iin Mana…
Oduu biyya keessaa Azeezootti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame Ayana Dheressa Sep 7, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Magaalaa Gondar Kutaa Magaalaa Azeezoo Xeeddaatti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame. Shugguxiin kunneen sakatta’iinsa kutaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti dargaggoota kuma 100 fi kuma 11’f carraan hojii uumamuu ibsame Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Godina jimmaatti bara 2014tti dargaggoota kuma dhibba 1 fi kuma 11’f carraan hojii uumamuu waajjirrii carraa hojii uumuu fi ogummaa godinichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eeggale Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Kaarnivaalli Shinooyyeefi Goobee 4ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eeggaleera. Karniivaala kanaan Aadaan uffannaa , sirbi dargaggoofi shamarran…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Jibuutii naannawaa daldala bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Dhaabbanni Jibuutii “ Inispeekshin Sooluushin Firii Zoon” jedhamu hojii invastimantiin naannawaa daldala bilisaa Dirree Dawaatti bobba’uuf fedhii qabaachuu…
Idil Addunyaa Liiz Tiruus Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Ga’eettiin ganna 47 Liiz Tiruus Muummee Ministiraa Biriiteen ta'uun mootittii Elzaabeetiin muudaman. Aangoo gadi lakkisuu Muummee Ministiraa Booris…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 eegala-BBO Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 eegala-BBO Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 9, 2015 kan eegalu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Meedirook lammiilee lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Gareen invastimantii Meedirook naannoo Gambeelaatti lammiilee sababa lolaan qe’eefi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise.…
Oduu biyya keessaa Dargaggoo “Nama gargaaruuf nama ta’uun gahaadha” jedhu dhugoomse Ayana Dheressa Sep 6, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Dargaggoon Abbush Badhaanee galii kophee qulqulleessuun aragturraa namoota harka qalleeyyii 20’f deeggarsa uffata qorraa taasise. Dargaggoon Abbush…