Oduu biyya keessaa Waldaan Bunaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa hundeeffame Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Waldaan Bunaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti hundeeffamuu ibsame. Waldicha waldaaleen kanaan dura hundaa’an 5 waloon…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Lidataatti Sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffame Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataa, Aanaa 8titti sirni agarsiisaafi walharkaa fuudhiinsa Aadaa gaggeeffamuu ibsame. Sirnichi bakka qaamoleen…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)-Waltajjiin marii "Addis Wag" bara 2014 xumuraa waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi mata duree “ Qormaata, Injifannoofi Abdii”…
Oduu biyya keessaa Godinichi bara 2015tti barattoota kuma 700 ol simatee barsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Waajjirri barnoota Godina Arsii Lixaa bara barnootaa 2015tti barattoota kuma dhibba 7 fi kuma 51 simatee barsiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfii garaagaraa fudhachaan jira jedhe Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee qaala’iinsa gatii tasgabbeessuuf tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachaa jiraachuu ibseera. Bulchiinsi magaalichaa ayyaanaan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota kuma 3 fi 560 ol eebbisiise Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota gulaantaa garagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 560 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera. Yuunivarsiitichi…
Oduu biyya keessaa Ejjennoo mootummaan Ityoophiyaa nageenyarratti qabu kan deeggaramudha- Israa’el Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Ejjennoo cimaa mootummaan Ityoophiyaa nagenyarratti qabu kan deeggaramu ta’uu Raayyaa Ittisaa Biyyaa Israa’elitti hogganaan dhimmoota Afrikaa Koloneel…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministeerotaa murtoo dabarse Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa walga’ii idilee 13ffaa har’a gaggeesseen wixinee imaammataa damee baankii invastaroota alaaf banaa taasisuuf dhiyaaterratti…
Oduu biyya keessaa Pir.Saahilawarq Zawdeen Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame… Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti Mana Barumsaa Olmaa Daa’immanii Faawundeeshinii Dibooraan ijaarame eebbisiisan.…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin Pooliitekinikaa Tagbaar’ed hundeeffama waggaa 80ffaasaa kabaje Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Kolleejjiin Pooliitekinikaa Tagbaar’ed guyyaa har’aa hundeeffama waggaa 80ffaasaa kabajeera. Saganticharratti Ministira Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde…