Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin sagantaa Afxiraa gaggeessineerra-…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2018 (FMC) – Obboloota keenya musiliimaa harka qalleeyyii ta’an waliin ibisituu waloomaa kan taate Paarkii Araadaatti sagantaa Afxiraa gaggeessineerra jedhan…