Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti daayrektara Yuuniskoo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti daayrektara Yuuniskoo Dooktar Riitaa Biisoonaawut waliin mari’atan.…