Ispoortii Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa dheerate Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Guyyaan Taphoonni Gulaallii Waancaa Afrikaa itti gaggeeffamu dheerachuu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiise. Haaluma kanaan taphoonni…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta’anii gurmaa’uuf … Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Manneen Maree Godinaalee Ollaa Naannoo Kibbaa garaagaraa naannoo ta'anii gurmaa'uuf murtoo dabarsaniiru. Manni Maree Godina Goofaa Yaa'ii idilee…
Oduu biyya keessaa Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz tamsaasa yaalii eegale Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Buufanni Teeleeviizyiinii Naannoo Beenishaanguul Gumuz eebbifamuun ifatti tamsaasa yaalii eegaleera. Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul…
Oduu biyya keessaa Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus sagantaa galateeffannaa gaggeessan Ayana Dheressa Aug 1, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Hordoftoonni Manneen Amantaa Kiristiyaanaa Wangeelaawwii Makaana Iyyasuus Kiilloo 5 sagantaa galateeffannaa gaggeessaniiru. Qormaatilee Amantaalee,…
Oduu biyya keessaa Galateeffannaan hojii caalu hojjechuuf barbaachisaa waan ta’eef cimee itti fufuu qaba- Abbootii… Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Galateeffannaan hojii caalu hojjechuuf barbaachisaa waan ta’eef cimee itti fufuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa Islaamaa. Sagantaan galateeffannaa…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa Al-Shabaab kisaaraa cimaa keessummeessuun gara dhufetti deebi’eera- M/Jeneraal… Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Tarkaanfii garee shororkeessaa Al-Shabaab gara Ityoophiyaatti lo’ee seenuuf yaalii taasise irratti fudhatameen garichi kisaaraa cimaa keessummeessuun…
Oduu biyya keessaa Hidha Laga Daadhii fi Dirree haaromsuuf walliigalteen Doolaara miiliyoona 11 mallateeffaame Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee hidha Lagaa Daadhii fi Dirree haaromsuu fi fooyyessuuf dhaabbata Xaaliyaanii Saaliinii waliin waliigaltee Doolaaraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makannin Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Maayik Hamar waliin…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Sagantaa Ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuu miiliyoonni… Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Naannoo Uummattoota Kibbaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni dhibbi 7 fi miiliyoonni 70 dhaabamuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jul 29, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2014(FBC)- Balallii marsaa sadiin guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 159 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiilee kanneen keessaa…