Ayyaanni Mawulidaa Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Guyyaa dhalootaa Nabiyyuu Mahaammad 1497ffaan Magaalota Jimmaa, Harariifi Gondaritti kabajamaa jira.
Magaalaa Jimmaatti Ayyaanni guyyaa…