Yaaliin daddabarsa anniisaa elektirikaa Ityoo- Keeniyaa milkaa’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Yaaliin piroojektii daddabarsa anniisaa elektirikaa Ityoo- Keeniyaa guyyaa har’aa milkaa’inaan eegaluu hojii gaggeessaan Saayitii Piroojektichaa obbo…