Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa kan deeggaru ta’uu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa waliigaltee nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaafi ABUT gidduutti mallatteeffame kan deeggaru ta’uu ibse.…