Waajabila Faanaa Abbaa warraa haadha warraa isaa saame Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Katamaatti namni dhuunfaan haadha warraa isaa saame to’atame. Namni dhuunfaa kun kutaa magaalichaa aanaa 11…
Oduu biyya keessaa Muuxannoo Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa gara biyyoota Afrikaa birootti kan babal’isu ta’uu DhMG… Ayana Dheressa Sep 23, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 13, 2015(FBC)- Ashaaraan magariisaa damee tumsaa biyyoota naannawichaa akka ta’uuf Ityoophiyaan hojjechaa jiraachuu Ittaanaan Muuummee Ministiraafi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa DhMG Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa lammiilee deeggarsa barbaadaniif taasisu guddisuuf kutannoo qabaachuu ibse.…
Biiznasii Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Baankiin Siinqee waltajjii tajaajila baankii guutuu kennuu eegaluufi mallattoo daldalaa haaraa itti beeksisu hoteela Sharaatanitti gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa diinagdeen waliin hojjechuuf waliigalan Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaafi Sudaan Kibbaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaa fi walitti hidhamiinsa diinagdeen waloon hojjechuuf haala danda’anirratti mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Kibbaa piroojektoota 93 qorachuun raggaasise Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Uummattoota Kibbaa walga’ii idilee guyyaa har’aa gaggeesseen piroojektoota invastimantii garaagaraarratti mari’achuun murtoo…
Oduu biyya keessaa Gabaasni Komishinichaa amanamummaa kan hir’atu, adeemsa ogummaa kan hinhordofne fi fedhii siyaasaa… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gabaasni Komishinii Mirgoota Namoomaa idil addunyaa amanamummaa kan hin qabne, adeemsa ogummaa kan hinhordofnee fi fedhii siyaasaa kan qabu ta’uu…
Idil Addunyaa Moozaambiikiifi Taanzaaniyaan Shororkeessummaarratti duuluuf waliigalan Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Moozaambiikiifi Taanzaaniyaan waliigaltee Shororkeessummaarratti duuluuf isaan dandeessisu waliif mallatteessaniiru. Hoggantoonni biyyoota lameenii…
Oduu biyya keessaa Haalli rooba waqtii birraa idileen gadi ta’a jedhame Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Haalli rooba waqtii birraa dhufuu idileen gadi akka ta’u Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa beeksise. Inistiitiyuutichi gamaaggama raaga waqtii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomaniifi Gamtaa Awurooppaa waliin qabdu cimsuuf… Ayana Dheressa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Ityoophiyaan michummaa Emireetota Araba Gamtoomanii, Gamtaa Awurooppaafi Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa waliin qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu…