Oduu biyya keessaa Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru. Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…
Oduu biyya keessaa Jilli Ittaanaa Preezdaantii MNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu Aanaa Gullisootti, Mana Barumsaa Ifa… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii fi Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Idil Addunyaa Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse jedhame. Tibbana biyyoonni garichaa Jarmanitti…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaarsa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezidaanti Shimallisiin durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee gale Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee galeera. Obbo Shimallisii fi…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira Shanee ni fashaleessina… Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira garee shororkeessaa Shanee fi garee farreen nageenyaa biroo kan fashaleessan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa magaalichaa daawwatan Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa Daa’immanii fi Dargagoota Finfinnee fi mana Tiyaatiraa Hagar…
Fayyaa Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 10 deeggarsa… Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa Siinoofaarm doozii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa miidhaa loltootaa fi milishaa Sudaan daangaa Ityoo-Sudaan irratti mudateen… Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa miidhaa loltootaa fi milishaa Sudaan daangaa Ityoo-Sudaan irratti mudateen gadduu ibseera. Miidhaa Lotoota idilee Sudaan…