Mootummaan Faransaay dhaabbilee fayyaa waraanaan barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa Yuuroo…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2014 (FBC) – Mootummaan Faransaay dhaabbilee fayyaa naannoo Amaaraatti sababa waraanaan barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 1.5 taasise.…