Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti dhadhaa fi dammi wantoota farra fayyaa namaa ta’aniin makamuun gabaaf dhiyaachuuf ture too'annaa jala oole.
Shakkamaan dhadhaa fi…