Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoome Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo bara 2013 ifoomeera. Haaluma kanaan :- Saayinsii Uumamaan Barattoota idileef dhiira 363, dubartootaaf 351…
Idil Addunyaa NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- NATOn wal dhabdee Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seene jechuun waraanni addunyaa 3ffaan eegale jechuudha jedhan Preezdaantiin Gamtaa Awurooppaa Chaarlas…
Fayyaa Duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Guyyaa dhibee sombaa idil addunyaa Bitootessa 15kabajamu sababeeffachuun duulli qorannoo dhibee sombaa eegalamuu ibsameera. Duulichi guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalichaa godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu godinaalee Harargee Lixaa fi Bahaatti lammiilee hoongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2 fi 695…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa waliin… Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ittaanaa Ministira Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Chaayinaa Zhaang Zhuu waliin mari’ataniiru. Mariisaaniin damee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa uumuuf yaalan to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitii Finfinneetti barattoonni rakkoo nageenyaa fi walitti bu’iinsa uumuuf yaalan qindoomina qaamolee nageenyaa to’atamuu Yuunvarsiitichi…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)- Bakka buutonni Raashiyaa fi Yuukreen mariisaanii gama Viidiyoo Konfiransiin kan itti fufan ta’uu dubbii himaan Kireemliin Diimiitirii Peeskoov ibsan.…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Mar 14, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti sagantaaleen garaagaraa gaggeeffamaa turan nagaan xumuramuu Koreen waloo nageenyaa beeksise. Magaalaa Finfinneetti Bitootessa 2…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idilee 2ffaa Bitootessa 10, 2014 irraa eegalee kan geggeessu… Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii Idileesaa 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii Caffee 6ffaa Bitootessa 10,2014 irraa eegalee galma Caffeetti kan gaggeessu ta'uu…
Ispoortii Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabe Ayana Dheressa Mar 13, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa waldorgommii Atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan goolabeera. Waldorgommii Atileetiksii guddatootaa Umurii 20 gadii…