Oduu biyya keessaa Sagantaan dandamachiisa bosonaa fi irra lafaa ifoome Ayana Dheressa Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ministeerri Qonnaa, Inistiitiyuutii Misooma Magariisaa Idil Addunyaa fi dhaabbanni Tumsaa Idil Addunyaa Kooriyaa waloon hojiirra kan oolchan Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Kutaan magaalichaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 ol… Ayana Dheressa Dec 28, 2021 0 Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)-Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Qiirqoos Raayyaa Ittisa Biyyaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Kaabineen naannoo Afaar raawwii kallattii fi ergama isaanitti kenname gamaggaman Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Miseensonni kaabinee naannoo Afaar raawwii kallattii fi ergama isaanitti kenname gamaggamaniiru. Waltajjiin marii mata duree waraanaarraa gara daandii…
Biiznasii Walitti hidhamiinsa naannawaa gabaa bilisaa Afrikaa cimsuun carraa guddaa filannoo gabaa ta’uusaa… Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Walitti hidhamiinsa naannawaa gabaa bilisaa Afrikaa cimsuun carraa guddaa filannoo gabaa ta’uusaa beekuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuufi Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuun tajaajila eegalchiisuuf akka jedhu beeksise. Daandiin…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu Abbootiin konkolaataa ibsan Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – haalaan keessummeeffamuu dhabuurraan kan ka’e lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu abbootiin konkolaataa ibsan. Faanaa…
Oduu biyya keessaa Bosona uumamaa Maajaangiif kunuunsi taasifamuu qaba- Mootummaa naannoo Gambeellaa Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Bosona uumamaa Maajaang waggoota 4 dura Yuuniiskoorratti galmaa’eef kunuunsi taasifamuu akka qabu Ittaanaan Preezdaantii Mootummaa naannoo Gambeellaa…
Oduu biyya keessaa Marsaritiin Miseensota diyaaspooraa gara biyyaa dhufan keessummeessu ifoome Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Marsaritiin Miseensota diyaaspooraa gara biyyaa dhufan keessummeessu ifoomuu Ejensiin Diyaaspooraa beeksise. Waamicha gara biyyaa miseensota…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiiwwan gara biyyaa dhufuu diyaaspoorotaa akka carraa gaariitti itti fayyadamuu qabu-… Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Yuunvarsiitiiwwan gara biyyaa dhufuu diyaaspoorotaa akka carraa gaariitti itti fayyadamuu akka qaban hayyootni ibsan. Diyaaspooronni gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi labsii yeroo ariifachiisaan walqabatee ol iyyannoo Paartilee siyaasaa dhiyeesanirratti… Ayana Dheressa Dec 27, 2021 0 Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Boordiiin Filannoo Biyyaalessaa labsii yeroo ariifachiisaan walqabatee ol iyyannoo Paartilee siyaasaarraa dhiyaataanirratti mari’achaa jiraachuu ibsame.…