Obbo Dammaqaa Makonnin bakkeewwan Gashanaa hanga Waldiyaa jiran daawwatan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin bakkeewwan Gashanaa hanga Waldiyaa jiran daawwataniiru.…