Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Preezdaantii Turkii waliin mari’atan Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Turkii Rajiib Xaayib Eerdoogaan waliin Turkii magaalaa Istaanbuulitti mari’ataniiru. Naannoo keessan…
Oduu biyya keessaa Diyaaspooraan wantoota Ityoophiyaa fayyadan fidee dhufuun deeggarsa isaa agarsiisuu qaba-Dhalattoota… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan gara biyyaa dhufu wantoota Ityoophiyaa fayyadan fidee dhufuun deeggarsa isaa agarsiisuu akka qabu dhalattoonni Ityoophiyaa ibsan. Waamicha…
Oduu biyya keessaa Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Lammiilee Hongeedhaan miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa godinaalee Oromiyaatti Lammiilee Hongeen Miidhamaniif Deeggarsa Birrii Miliyoona 70 taasise. Baankichi Yaa'ii waldaalee…
Oduu biyya keessaa Biyyoota Albuudni keessatti ba’u hedduu keessaa Ityoophiyaan biyya tasgabbooftuu fi nagaa qabdu… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Albuuda Baasaa Noorweey Akooboon Ityoophiyaatti Albuuda baasuuf eeyyama argachuun hojii eegaluu beeksiiseera. Itti gaafatamaan Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa addaan cite ture deebi’uu ibsame Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Magaalota Hayiq, Bistiimaa fi Lammiitti tajaajilli elektirikaa sababa garee shororkeessaa ABUTiin addaan cite ture guyyaa har’aa deebi’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Ministirootaa 3ffaa Turki – Afrikaarratti hirmaatan Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen yaa’ii Ministirootaa 3ffaa Turki – Afrikaarratti hirmaataniiru. Yaa’icharratti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti lafa heektaara kuma 350 qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Oromiyaatti lafa heektaara kuma dhibba 3 fi kuma 50 qamadii jallisiin misoomsuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 153 faca'uu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa 220 oliif deeggarsa taasise Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa maatii duultota adda waraanaa bulchiinsa magaala Finfinneetti argaman 220 oliif deeggarsa daakuu fi zayita nyaataa…
Oduu biyya keessaa Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin kan biyya keessan bakka… Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Oomisha sibiilotaa biyya keessatti baayinaan oomishuuf meeshaaleen dheedhiin alaa galan kan biyya keessan bakka bu’uu akka qabu ibsame. Ministeerri…
Idil Addunyaa Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ibsame Ayana Dheressa Dec 17, 2021 0 Finfinnee, Muddee 8, 2014 (FBC) – Chaayinaan weerara vaayrasii koroonaa haaraa torban 4 keessatti to’achuu akka dandeessu ogeessi fayyaa biyyattii ibsan. Imaammata “zeeroo kooviid”…