Hawaasni Idil Addunyaa nageenyaa fi misooma Afrikaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuu qaba- Muusaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Hawaasni Idil Addunyaa nageenyaa fi misooma Afrikaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuu akka qabu Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…